16 Waaqayyo Waaqnis akkana jedhee nama ajaje; "Muka iddoo biqiltuu kana keessa jiru hunda irraa nyaachuu ni dandeessa; 17 garuu muka waan gaarii fi waan hamaa nama beeksisu sana irraa hin nyaatin; gaafa isa irraa nyaatte dhugumaan ni duutaatii."