Pular para o conteúdo
Publicidade

Uumama 21

6 Saaraanis, "Waaqni kolfa naa kenneera; namni waan kana dhagaʼu hundis na wajjin kolfa" jette. 7 Ittuma fuftees, "Silaa eenyutu Abrahaamiin, Saaraan daaʼima hoosistijedha ture? Garuu ani bara dulluma isaa keessa ilma nan daʼeef" jette.

Veja também