16 Yaaqoobis yommuu hirribaa kaʼetti, "Dhugumaan Waaqayyo iddoo kana jira; ani waan kana hin hubanne" jedhe. 17 Innis sodaatee, "Iddoon kun akkam nama sodaachisa! Kun mana Waaqaa ti malee waan biraa miti; kun karra samiiti" jedhe.