Pular para o conteúdo
Publicidade

Uumama 3

17 Addaamiin immoo akkana jedhe; "Waan ati dubbii niitii keetii dhageessee muka ani ija isaa irraa, ‘hin nyaatin’ jedhe irraa nyaatteef,

"Lafti sababii keetiif kan abaaramte taati;

atis bara jireenya keetii guutuu

dadhabbiidhaan ishee irraa nyaatta.

18 Isheen qoraattii fi sokorruu sitti biqilchiti;

atis biqiltuu lafaa ni nyaatta.

19 Ati waan lafa irraa argamteef,

hamma lafatti deebitutti

dafqa fuula keetiitiin buddeena nyaatta;

waan biyyoo taateefis,

gara biyyootti deebita."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também