Pular para o conteúdo
Publicidade

Uumama 39:4,6,9,22,23

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

4 Yoosefis fuula gooftaa isaa duratti fudhatama argatee hojjetaa isaa amanamaa taʼe. Phoxiifaaraanis mana isaa irratti isa muude; waan qabu hundumas akka inni eeguuf imaanaa itti kenne. 6 Kanaafuu Phoxiifaaraan waan qabu hunda harka Yoosef jala galche; innis waan nyaatu qofa malee qabeenya isaa tokko illee hin beeku ture.

Yoosef dhaaba toleessaa fi miidhagaa ture;

9 Mana kana keessatti namni na caalu tokko iyyuu hin jiru. Sababii ati niitii isaa taateef siʼi malee wanni gooftaan koo natti hin kennin tokko iyyuu hin jiru. Yoos ani akkamittan waan hamaa akkasii raawwachuudhaan Waaqatti cubbuu hojjedha ree?"

22 Ajajaan mana hidhaa sunis namoota mana hidhaa jiran hunda irratti Yoosefin muude; waan achitti hojjetamu hunda irrattis itti gaafatamaa isa godhe. 23 Sababii Waaqayyo isa wajjin turee fi waan inni hojjetu kam iyyuu isaa milkeesseef ajajaan mana hidhaa sun waan itti gaafatama Yoosef jala jiru hundaaf yaaddoo tokko illee hin qabu ture.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    4 ዮሴፍስ ፉለ ጎፍታሳ ዱረት ፉዸተመ አርገቴ ሆጄታሳ አመነማ ተኤ። ጶጢፋራንስ መነሳረት እሰ ሙዴ፤ ዋን ቀቡ ሁንዱመስ አከ እን ኤጉፍ እማና እት ኬኔ። 6 ከናፉ ጶጢፋራን ዋን ቀቡ ሁንደ ሀርከ ዮሴፍ ጀለ ገልቼ፤ እንስ ዋን ኛቱ ቆፈ መሌ ቀቤኘሳ ቶኮሌ ህንቤኩ ቱሬ።

    ዮሴፍ ዻበ ቶሌሳፊ ሚዸጋ ቱሬ፤

    9 መነ ከነ ኬሰት ነምን ነ ጫሉ ቶኮዩ ህንጅሩ። ሰበቢ አት ኒቲሳ ታቴፍ ስእ መሌ ወን ጎፍታንኮ ነት ህንኬንን ቶኮዩ ህንጅሩ። ዮስ አን አከምተን ዋን ሀማ አከሲ ራወቹዻን ዋቀት ጩቡ ሆጄዸሬ?"

    22 አጀጃን መነ ህዻ ሱንስ ነሞተ መነ ህዻ ጅረን ሁንደረት ዮሴፍን ሙዴ፤ ዋን አችት ሆጄተሙ ሁንደረትስ እት ጋፈተማ እሰ ጎዼ። 23 ሰበቢ ዋቀዮ እሰ ወጅን ቱሬፊ ዋን እን ሆጄቱ ከምዩ እሳ ምልኬሴፍ አጀጃን መነ ህዻ ሱን ዋን እት ጋፈተመ ዮሴፍ ጀለ ጅሩ ሁንዳፍ ያዶ ቶኮሌ ህንቀቡ ቱሬ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    4 Yuusufis fuula gooftaa isaa duratti fudhatama argatee hojjetaa isaa amanamaa taʼe. Phoxiifaaraanis mana isaa irratti isa muude; waan qabu hundumas akka inni eeguuf imaanaa itti kenne. 6 Kanaafuu Phoxiifaaraan waan qabu hunda harka Yuusuf jala galche; innis waan nyaatu qofa malee qabeenya isaa tokko illee hin beeku ture.

    Yuusuf dhaaba toleessaa fi miidhagaa ture;

    9 Mana kana keessatti namni na caalu tokko iyyuu hin jiru. Sababii ati niitii isaa taateef siʼi malee wanni gooftaan koo natti hin kennin tokko iyyuu hin jiru. Yoos ani akkamittan waan hamaa akkasii raawwachuudhaan Allaahatti cubbuu hojjedha ree?"

    22 Ajajaan mana hidhaa sunis namoota mana hidhaa jiran hunda irratti Yuusufin muude; waan achitti hojjetamu hunda irrattis itti gaafatamaa isa godhe. 23 Sababii Rabbii Allaahan isa wajjin turee fi waan inni hojjetu kam iyyuu isaa milkeesseef ajajaan mana hidhaa sun waan itti gaafatama Yuusuf jala jiru hundaaf yaaddoo tokko illee hin qabu ture.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.