Pular para o conteúdo
Publicidade

Gênesis 41

15 Faraʼoonis Yoosefiin, "Ani abjuu abjoodheen ture; garuu namni tokko iyyuu naa hiikuu hin dandeenye. Ani akka ati yeroo abjuu dhageessu hiikuu dandeessu dhagaʼeera" jedhe.

16 Yoosef immoo, "Ani hiikuu hin dandaʼu; Waaqni garuu Faraʼooniif deebii nagaa ni kenna" jedhee Faraʼooniif deebise.

Veja também