Pular para o conteúdo
Publicidade

Uumama 41

38 Faraʼoonis, "Nama akka namicha kanaa kan Hafuurri Waaqaa keessa jiru argachuu dandeenyaa ree?" jedhee isaan gaafate.

39 Faraʼoonis Yoosefiin akkana jedhe; "Erga Waaqni waan kana hunda sitti mulʼise, namni akka kee hubataa fi beekaa taʼe tokko iyyuu hin jiru.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também