28 Kanaafuu nu waan mootummaa hin sochoone argannuuf kottaa haa galateeffannu! Kabajaa fi sodaadhaanis karaa fudhatamaa taʼeen Waaqa haa waaqeffannu; 29 Waaqni keenya ibidda gubee balleessuudhaatii.12:29 KeD 4:24