Publicidade

Hebreus 13

Gorsa Xumuraa

1 Akka obbolootaatti wal jaallachuu itti fufaa. 2 Keessumoota simachuu hin irraanfatinaa; namoonni tokko tokko akkasiin utuu hin beekin ergamoota Waaqaa simataniiruutii.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-04_23-13-58-