Pular para o conteúdo
Publicidade

Hebreus 3

12 Yaa obboloota, akka isin keessaa namni tokko iyyuu garaa hamaa fi hin amanne kan Waaqa jiraataa irraa nama fageessu hin qabaanneef of eeggadhaa. 13 Garuu isin keessaa akka namni tokko iyyuu gowwoomsaa cubbuutiin mata jabeessa hin taaneef utuu "Harʼa" jedhamaa jiruu guyyuma guyyaan wal jajjabeessaa.

Veja também