Yesuus Luba Ol Aanaa Guddicha
14 Egaa luba ol aanaa guddicha isa samiiwwan keessa darbe, Yesuus Ilma Waaqaa waan qabnuuf kottaa amantii keenya jabeessinee qabannaa.
14 Egaa luba ol aanaa guddicha isa samiiwwan keessa darbe, Yesuus Ilma Waaqaa waan qabnuuf kottaa amantii keenya jabeessinee qabannaa.
14 ኤጋ ሉበ ኦል ኣና ጉድቸ እሰ ሰሚወን ኬሰ ደርቤ፣ ዬሱስ እልመ ዋቃ ዋን ቀብኑፍ ኮታ አመንቲኬኘ ጀቤስኔ ቀበትና።
14 Egaa luba ol aanaa guddicha isa shamaayʼuniiwwan keessa darbe, Iisaa Ilma Allaaha waan qabnuuf kottaa amantii keenya jabeessinee qabannaa.
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.