Pular para o conteúdo
Publicidade

Iyyoob 25

Bildaad

1 Bildaad Shuhaahichi akkana jedhee deebise:

2 "Mootummaa fi sodaatamuun kan Waaqaa ti;

inni samiiwwan ol fagoo keessatti nagaa buusa.

3 Loltoonni isaa lakkaaʼamuu dandaʼuu?

Ifni isaa eenyu irratti utuu hin baʼin hafa?

4 Yoos namni akkamitti fuula Waaqaa duratti qajeelaa taʼuu dandaʼa ree?

Namni dubartii irraa dhalate akkamitti qulqulluu taʼuu dandaʼa?

5 Yoo jiʼi illee fuula isaa duratti hin ifne,

yoo urjiiwwanis ija isaa duratti qulqulluu taʼuu baatan,

6 namni raammoo foonii taʼe,

ilmi namaa kan raammoo taʼe sun hammam kanaa gad haa taʼu ree!"

Todos os capítulos de Iyyoob 42
  1. 1
  2. 2
  3. 3
  4. 4
  5. 5
  6. 6
  7. 7
  8. 8
  9. 9
  10. 10
  11. 11
  12. 12
  13. 13
  14. 14
  15. 15
  16. 16
  17. 17
  18. 18
  19. 19
  20. 20
  21. 21
  22. 22
  23. 23
  24. 24
  25. 25
  26. 26
  27. 27
  28. 28
  29. 29
  30. 30
  31. 31
  32. 32
  33. 33
  34. 34
  35. 35
  36. 36
  37. 37
  38. 38
  39. 39
  40. 40
  41. 41
  42. 42

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.