Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 1

Yesuus Fiiliphoosii fi Naatnaaʼelin Waamuu Isaa

43 Yesuusis guyyaa itti aanutti Galiilaa dhaquu barbaade. Innis Fiiliphoosin argee, "Na duukaa buʼi" jedheen.

44 Fiiliphoosis akkuma Indiriiyaasii fi Phexros nama magaalaa Beetisayidaa ture. 45 Fiiliphoos Naatnaaʼelin argee, "Isa Museen kitaaba Seeraa keessatti waaʼee isaa barreessee fi isa raajonnis waaʼee isaa barreessan, ilma Yoosef, Yesuus nama Naazreeti arganneerra" jedheen.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também