Pular para o conteúdo
Publicidade

João 11

43 Yesuusis waan kana dubbatee, "Alʼaazaar, as baʼi!" jedhee sagalee guddaadhaan iyye. 44 Namichi duʼe sunis akkuma harki isaatii fi miilli isaa huccuudhaan kafanamee, fuulli isaas wayyaadhaan marametti gad baʼe.

Yesuusis, "Isa hiikaa, haa deemu" isaaniin jedhe.

Veja também