Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 12

Yesuus Akka Mootiitti Yerusaalem Seenuu Isaa

12 Guyyaa itti aanutti namoonni Ayyaanichaaf dhufanii turan baayʼeen akka Yesuus gara Yerusaalem dhufaa jiru dhagaʼan. 13 Isaanis damee meexxii harkatti qabatanii isa simachuu baʼan; iyyaniis akkana jedhan;

"Hoosaaʼinaa!"12:13 Hoosaaʼinaa jechuun afaan Ibraayisxiitiin "Amma fayyisi" jechuu dha; kunis jecha galataa ti.

"Inni maqaa Gooftaatiin dhufu eebbifamaa dha!"12:13 Far 118:25,26

"Mootiin Israaʼel eebbifamaa dha!"

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também