Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 12

13 Isaanis damee meexxii harkatti qabatanii isa simachuu baʼan; iyyaniis akkana jedhan;

"Hoosaaʼinaa!"12:13 Hoosaaʼinaa jechuun afaan Ibraayisxiitiin "Amma fayyisi" jechuu dha; kunis jecha galataa ti.

"Inni maqaa Gooftaatiin dhufu eebbifamaa dha!"12:13 Far 118:25,26

"Mootiin Israaʼel eebbifamaa dha!"

Veja também