Publicidade

João 12

30 Yesuus akkana jedhee deebise; "Sagaleen kun sababii keessaniif dhufe malee sababii kootiif miti. 31 Yeroon itti addunyaa kanatti muramu amma; bulchaan addunyaa kanaas amma gad gatama. 32 Ani garuu yeroon lafa irraa ol fuudhamutti nama hunda ofitti nan harkisa."

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-