Pular para o conteúdo
Publicidade

João 14

8 Fiiliphoos, "Yaa Gooftaa, Abbaa nutti argisiisi; kun nu gaʼaatii" jedheen.

9 Yesuusis akkana isaan jedhe; "Yaa Fiiliphoos, ani yeroo dheeraa akkanaa isin wajjin jiraadhee, ati amma illee na hin beeknee? Namni na arge Abbaas argeera. Yoos ati akkamitti, Abbaa nutti argisiisijechuu dandeessa ree?

Veja também