Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 17:9,20

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

9 Ani isaaniif nan kadhadha. Warri ati naa kennite waan kan kee taʼaniif isaaniifin kadhadha malee addunyaaf hin kadhadhu.

Yesuus Amantoota Hundaaf Kadhachuu Isaa

20 "Ani warra dubbii isaaniitiin natti amananiifis malee isaan kana qofaaf hin kadhadhu;

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    9 አን እሳኒፍ ነንከዸዸ። ወር አት ናፍ ኬንቴ ዋን ከንኬ ተአኒፍ እሳኒፍን ከዸዸ መሌ አዱኛፍ ህንከዸዹ።

    20 "አን ወረ ዱቢሳኒቲን ነት አመነኒፍስ መሌ እሳን ከነ ቆፋፍ ህንከዸዹ፤

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    9 Ani isaaniif duʼaa nan godha. Warri ati naa kennite waan kan kee taʼaniif duʼaa isaaniifin godha malee addunyaaf duʼaa hin godhu.

    20 "Ani warra dubbii isaaniitiin natti amananiifis malee isaan kana qofaaf duʼaa hin godhu;

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.