9 Ani isaaniif duʼaa nan godha. Warri ati naa kennite waan kan kee taʼaniif duʼaa isaaniifin godha malee addunyaaf duʼaa hin godhu.
Iisaan Amantoota Hundaaf Duʼaa gochuu Isaa
20 "Ani warra dubbii isaaniitiin natti amananiifis malee isaan kana qofaaf duʼaa hin godhu;