Publicidade

João 19

Duʼa Yesuus

28 Ergasii Yesuus akka wanni hundinuu raawwatame beekee akka Katabbiin Qulqulluun raawwatamuuf, "Nan dheebodhe" jedhe. 29 Qodaan dhangaggaaʼaa qabu tokko achi ture; isaanis dhangaggaaʼaa sana keessa ispoonjii cuuphanii hiisophiitti kaaʼanii afaan isaatti qaban. 30 Yesuusis dhangaggaaʼaa sana fudhatee, "Raawwateera" jedhe. Mataa buusees hafuura isaa kenne.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-