Pular para o conteúdo
Publicidade

João 2

Yesuus Bishaan Gara Daadhii Wayiniitti Geeddaruu Isaa

1 Guyyaa sadaffaatti Qaanaa Galiilaa keessa cidha gaaʼelaatu2:1 Cidha gaaʼelaatu – Cidhi gaaʼelaa torban tokko guutuu fudhata ture. ture. Haati Yesuusiis achi turte; 2 Yesuusii fi barattoonni isaa gara cidha sanaatti waamamanii turan.

Veja também