Pular para o conteúdo
Publicidade

João 20

16 Yesuusis, "Maariyaam!" jedheen.

Isheenis isatti gara galtee afaan Ibraayisxiitiin, "Rabbuunii!" jetteen. Hiikkaan isaas "Barsiisaa" jechuu dha.

17 Yesuus immoo, "Ani amma illee waan gara Abbaatti ol hin baʼiniif na hin tuqin. Garuu obboloota koo bira dhaqiitii, Ani gara Abbaa kootii fi Abbaa keessaniitti, gara Waaqa kootii fi Waaqa keessaniitti ol nan baʼajedheera jedhiitii isaanitti himi" jedheen.

18 Maariyaam isheen Magdalaas gara barattootaa dhaqxee, "Ani Gooftaa argeera!" jette. Akka inni waan kana isheen jedhes isaanitti himte.

Veja também