Pular para o conteúdo
Publicidade

João 20

27 Innis Toomaasiin, "Quba kee as fidi; harka koo ilaali. Harka kee diriirfadhuutii cinaacha koo keessa kaaʼi. Amani malee amantii hin dhabin" jedhe.

28 Toomaas immoo, "Gooftaa koo! Waaqa koo!" jedheen.

Veja também