Publicidade

João 21

Yesuus Phexrosin Gaaffii Gaafate

15 Yesuus erga isaan ciree nyaatanii booddee Simʼoon Phexrosiin, "Yaa Simoon ilma Yohannis, ati warra kana caalaa na jaallattaa?" jedhe.

Innis, "Eeyyee, yaa Gooftaa; akka ani si jaalladhu atuu ni beekta" jedheen.

Yesuusis, "Ilmoolee hoolaa koo soori" jedheen.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-