Pular para o conteúdo
Publicidade

João 5

17 Yesuus garuu, "Abbaan koo hamma ammaatti hojjechaa jira; anis hojjechaan jira" isaaniin jedhe. 18 Sababii kanaaf Yihuudoonni ittuma caalchisanii isa ajjeesuu barbaadan; inni Waaqaan of qixxeessuudhaan Waaqa iyyuu Abbaa ofii isaa godhee waamaa ture malee Sanbata qofa hin cabsine.

Veja também