Publicidade

João 6

27 Nyaata jireenya bara baraatiif taʼu kan Ilmi Namaa isinii kennuuf dadhabaa malee nyaata baduuf hin dadhabinaa. Waaqni Abbaan chaappaa isaa kan mirkaneessu Ilma irratti rukuteeraatii."

28 Isaanis, "Nu akka hojii Waaqaa hojjennuuf maal gochuu qabna?" jedhanii isa gaafatan.

29 Yesuusis, "Isa inni ergetti amanuun keessan kun hojii Waaqaa ti" jedhee deebiseef.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-