55 Foon koo nyaata dhugaatii; dhiigni koos dhugaatii dhugaa ti. 56 Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu hundi na keessa jiraata; anis isa keessa nan jiraadha.