Yesuus ifa addunyaa ti
12 Yesuus ammas, "Ani ifa addunyaa ti. Namni na duukaa buʼu kam iyyuu ifa jireenyaa qabaata malee dukkana keessa hin deddeebiʼu" jedhee isaanitti dubbate.