Ijoollee Abrahaam
31 Yesuus Yihuudoota isatti amananiin akkana jedhe; "Yoo dubbii kootti cichitanii jiraattan isin dhuguma barattoota koo ti. 32 Dhugaas ni beektu; dhugaanis bilisa isin baasa."