Publicidade

João 9

38 Namichi sunis, "Yaa Gooftaa, ani nan amana" jedhe; ni sagadeefis.

39 Yesuus immoo, "Warri hin argine akka arganiif, warri argan immoo akka jaamaniif ani murtiif gara addunyaa kanaa dhufeera" jedhe.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-