Pular para o conteúdo
Publicidade

Abbootii Murtii 13

23 Niitiin isaa garuu deebiftee akkana jetteen; "Waaqayyo utuu nu ajjeesuu barbaadee silaa aarsaa gubamuu fi kennaa midhaanii nu harkaa hin fudhatu ture; waan kana hundumas nutti hin argisiisu yookaan waan kana amma nutti hin himu ture."

Veja também