Pular para o conteúdo
Publicidade

Abbootii Murtii 14

3 Abbaa fi haatii isaa deebisanii, "Wanni akka ati Filisxeemota dhagna hin qabanne keessaa niitii fuutu si godhu firoota kee keessaa yookaan saba keenya hunda keessaa dubartiin dhabamteetii?" jedhaniin.

Saamsoon garuu abbaa isaatiin, "Isheetu naa taʼaatii ishuma naa fidi" jedhe.

Veja também