Pular para o conteúdo
Publicidade

Abbootii Murtii 7

2 Waaqayyos Gidewooniin akkana jedhe; "Akka ani Midiyaanota dabarsee harka isaaniitti hin kennineef Israaʼeloonni si wajjin jiran akka male baayʼee dha. Akka sabni Israaʼel, Jabina kootu na oolchejedhee natti hin koorreef,

Veja também