Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 1

19 Ergamaan sunis akkana jedhee deebiseef; "Ani Gabriʼeel isa fuula Waaqaa dura dhaabatuu dha; anis sitti dubbachuu fi oduu gammachiisaa kana sitti himuuf ergameera.

Dhalachuu Yesuus

26 Jiʼa jaʼaffaattis Gabriʼeel Ergamichi Waaqa biraa gara magaalaa Naazreeti ishee Galiilaa keessatti argamtuutti ergame;

Veja também