Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 1

34 Maariyaamis, "Ani durba; yoos wanni kun akkamitti taʼuu dandaʼa ree?" jettee ergamaa sana gaafatte.

35 Ergamaan sunis akkana jedhee deebiseef; "Hafuurri Qulqulluun sirra buʼa; humni Waaqa Waan Hundaa Oliis si golbooba. Kanaaf inni qulqulluun dhalatu sun Ilma Waaqaa ni jedhama.

Veja também