Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 11

2 Innis akkana isaaniin jedhe; "Isin yommuu kadhattan akkana jedhaa:

" Yaa Abbaa,

maqaan kee haa qulqullaaʼu;

mootummaan kee haa dhufu.

3 Buddeena keenya kan guyyuma guyyaa, guyyuma guyyaan nuu kenni.

4 Akkuma nus warra cubbuu nutti hojjetaniif dhiifnu sana

atis cubbuu keenya nuu dhiisi;

qoramatti nu hin galchin.’ "

Veja também