Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 15

Fakkeenya Hoolaa Badee

1 Gaaf tokko warri qaraxa fuudhanii fi cubbamoonni hundi Yesuusin dhaggeeffachuudhaaf isa biratti walitti qabamaa turan. 2 Fariisonnii fi barsiistonni seeraa garuu, "Namichi kun cubbamoota simata; isaan wajjinis ni nyaata" jedhanii guunguman.

Veja também