Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 17

Dhufaatii Mootummaa Waaqaa

20 Fariisonnis mootummaan Waaqaa yoom akka dhufu Yesuusin gaafatan; innis akkana jedhee deebiseef; "Mootummaan Waaqaa namatti mulʼachaa hin dhufu; 21 namoonnis, ‘Mootummaan Waaqaa kunoo as jira’ yookaan ‘Kuunnoo achi jira’ hin jedhan; mootummaan Waaqaa isin gidduu jiraatii."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também