Pular para o conteúdo
Publicidade

Luqaas 19

37 Yeroo inni daandii Tulluu Ejersaa irraa gad buʼutti dhiʼaatettis, barattoonni hundi hojii dinqii arganii turan hundatti gammadanii, sagalee guddaan akkana jedhanii Waaqa galateeffachuu jalqaban.

38 "Mootiin maqaa Gooftaatiin dhufu eebbifamaa dha!"19:38 Far 118:26

"Nagaan samii irratti, ulfinnis ol gubbaatti!"

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também