Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 19

9 Yesuus deebisee akkana jedheen; "Namichi kunis waan ilma Abrahaam taʼeef, harʼa fayyinni mana kanaaf dhufeera. 10 Ilmi Namaa isa bade barbaaduu fi fayyisuudhaaf dhufeetii."

Veja também