13 Ergamaa sana wajjinis raayyaan samii irraa baayʼeen akkuma tasaa mulʼatanii Waaqa galateeffachaa akkana jedhan;
14 "Samii gubbaatti ulfinni Waaqaaf,
lafa irrattis nagaan namoota inni itti gammaduuf haa taʼu."

+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.