Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 22

35 Yesuusis, "Yeroo ani borsaa, korojoo yookaan kophee malee isin erge sana waa isin duraa hirʼateeraa?" jedhee isaan gaafate.

Isaanis deebisanii, "Wanni tokko iyyuu hin hirʼanne" jedhan.

Veja também