50 Isaan keessaas namni tokko garbicha luba ol aanaa dhaʼee gurra isaa mirgaa irraa kute.
51 Yesuusis deebisee, "Dhiisaa! Waan akkanaa itti hin deebiʼinaa" jedhe; gurra namichaas tuttuqee fayyise.