61 Gooftaanis garagalee Phexrosin ilaale. Phexrosis waan Gooftaan, "Ati harʼa utuu indaanqoon hin iyyin yeroo sadii na ganta" isaan jedhee ture sana yaadate. 62 Innis gad baʼee hiqqifatee booʼe.