Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 3

Hidda Dhaloota Isaa

23 Yesuus yeroo tajaajila isaa jalqabetti umuriin isaa gara waggaa soddomaa ture. Innis akka waan ilma Yoosef tureetti yaadamaa ture:

ilma Eelii,

38 ilma Enoos,

ilma Seeti, ilma Addaam,

ilma Waaqaa.

Veja também