Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 6

Diina Ofii Jaallachuu

27 "Ani garuu isin warra na dhageessanitti nan hima; diinota keessan jaalladhaa; warra isin jibbaniif waan gaarii hojjedhaa; 28 warra isin abaaran eebbisaa; warra isin miidhaniifis kadhadhaa.

Veja também