Pular para o conteúdo
Publicidade

Lewwota 19:33,34

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

33 " ‘Yoo alagaan biyya keessan keessa isin wajjin jiraate isa hin cunqursinaa. 34 Alagaan isin gidduu jiraatu sun akka dhalataa biyya keessaniitti haa ilaalamu. Akka ofii keessaniitti isa jaalladhaa; isinis biyya Gibxitti alagoota turtaniitii. Ani Waaqayyo Waaqa keessan.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    33 " ‘ዮ አለጋን ብየኬሰን ኬሰ እስን ወጅን ጅራቴ እሰ ህንጩንቁርስና። 34 አለጋን እስን ግዱ ጅራቱ ሱን አከ ዸለታ ብየኬሰኒት ሃእላለሙ። አከ ኦፊኬሰኒት እሰ ጃለዻ፤ እስንስ ብየ ግብጥት አለጎተ ቱርተኒቲ። አን ዋቀዮ ዋቀኬሰን።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    33 " ‘Yoo alagaan biyya keessan keessa isin wajjin jiraate isa hin cunqursinaa. 34 Alagaan isin gidduu jiraatu sun akka dhalataa biyya keessaniitti haa ilaalamu. Akka ofii keessaniitti isa jaalladhaa; isinis biyya Gibxitti alagoota turtaniitii. Ani Rabbii Allaah keessan.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.