33 " ‘ዮ አለጋን ብየኬሰን ኬሰ እስን ወጅን ጅራቴ እሰ ህንጩንቁርስና። 34 አለጋን እስን ግዱ ጅራቱ ሱን አከ ዸለታ ብየኬሰኒት ሃእላለሙ። አከ ኦፊኬሰኒት እሰ ጃለዻ፤ እስንስ ብየ ግብጥት አለጎተ ቱርተኒቲ። አን ዋቀዮ ዋቀኬሰን።
Publicidade
ሌዎተ 19:33,34
ONOCV New Oromo Contemporary Version
Em outras traduções
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
33 " ‘Yoo alagaan biyya keessan keessa isin wajjin jiraate isa hin cunqursinaa. 34 Alagaan isin gidduu jiraatu sun akka dhalataa biyya keessaniitti haa ilaalamu. Akka ofii keessaniitti isa jaalladhaa; isinis biyya Gibxitti alagoota turtaniitii. Ani Waaqayyo Waaqa keessan.
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
33 " ‘Yoo alagaan biyya keessan keessa isin wajjin jiraate isa hin cunqursinaa. 34 Alagaan isin gidduu jiraatu sun akka dhalataa biyya keessaniitti haa ilaalamu. Akka ofii keessaniitti isa jaalladhaa; isinis biyya Gibxitti alagoota turtaniitii. Ani Rabbii Allaah keessan.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.