Pular para o conteúdo
Publicidade

Lewwota 23

42 Bultii torba daasii keessa turaa; dhalataan Israaʼel hundinuu daasii keessa haa turu; 43 ijoolleen keessanis akkasiin akka ani yeroo biyya Gibxiitii Israaʼeloota baasetti daasii keessa isaan turse ni beeku. Ani Waaqayyo Waaqa keessan.’ "

Veja também